Pular para o conteúdo
Publicidade

Gênesis 22

14 Maarre Abrahaam addee san, «Yaahwee yir’ee22:14 Yir’ee: Afaan Ibrootaatiin Waaqi hin qopheessa jechu’u.» jedhee moggaase; adhalle namooti, «Mootiin Waan Maraa gaara irratti hin qopheessa» jedhan.

Veja também