Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Seera Dadaa 37

3 Yaaqoob37:3 Yaaqoob: Ka «Israa’el» jedhame. ilma dullummaa keessa dhaggate waan te’eef, ilmaan ifii mara caalaa Yoseef jaalate; inni qoloo seesa qaddu ta harka dheertu’uu hojjachiiseef.

Veja também