9 Onaan sanyiin ta isaa akka hin teene waan beekeef, niitii obboleessa ifii woliin yennaa rafu mara, bisaan ifii ka sanyii te’u san lafatti jissee, obboleessa ifii sanyii malee hambure. 10 Wonni Onaan godhe kun Mootii Waan Maraa waan gaddisiitteef, Mootii Waan Maraa isalle ijjeese.
Publicidade
Kitaaba Seera Dadaa 38
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.