38 Mootichi, qondaaltota ifiitiin, «Nuuti nama Ayyaanni Waaqaa keessa jiru ka akkanaa kana dhaggatiisa dandeennaa?» jedhe. 39 Maarre mootichi, Yoseefiin, «Waaqi waan kana mara si’itti mudhiseera. Qaro’oo fi hubataan akka keetii tokkolle hin jiru.
Publicidade
Kitaaba Seera Dadaa 41
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.