8 Maarre ka as na erge Waaqa malee, isinii moti. Waaqi qondaala ol aanaa mooticha biyya Gibxi’ii, itti gaafatamaa mana mootummaa mootichaatii fi lafa Gibxi’ii duudii irratti bulchaa45:8 Bulchaa: Afaan Ibrootaatiin goottaa jedha. na godheera.
Publicidade