Pular para o conteúdo
Publicidade

Gênesis 47

11 Maarre Yoseef akkuma mootichi ajaje abbaa ifiitii fi obboleeyyan ifii lafa Gibxi’ii keessaa addee irra dansa’aa, qachaa Raamsesii bira lafa kenneef. 12 Yoseef abbaa ifii, obboleeyyan ifiitii fi worra mana abbaa ifii maraaf, akkuma laakkossa nama harka isaanii eegatuutitti sagalee isaaniif kenne.

Veja também