Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Seera Dadaa 49

9 Ilmi kiyya Yihudaan akka ilmee neenqaa,

ta adamo’oo gara mandhee ifii deebituu ti.

Akka neenqaa diriirfatee irkata;

eentu isa kaasiisaaf itti guula?

10 Ka kolbaan duudiin ajajantuuf,

haga bara baraa ka bulchu,

ka mootummaan isaaf malte, haga dhufutti,

bokkuun harka Yihuda’aatii hin baatu.

Mootoleen maatii Yihuda’aa irraa hin dhufan;

nami tokko Yihudaa irraa yennaa mara

barcumaa mootumma’aa irra hin tee’a.

Ka mootummaan isaaf malte haga dhufutti

Yihudaan hin bulcha;

gosi biyya adda addaalle isaaf hin ajajaman.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também