Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Seera Dadaa 9

4 Ammoo jiruun dhiiga keessa waan jirtuuf, foon dhiigi keessa jiru ammalle hin nyaatina’a. 5 Ani lubbuu teessan eegiisaaf, dhiiga keessan harka nama nama san ijjeeseetii fi bineensa nama san ijjeesee irraa hin barbaada.

6 «Ani Waaqi akka bifa tiyyaatitti,

nama waan dadeef,

nami dhiiga namaa dhangalaasu

dhiigi isaa harka namaatiin

hin dhangalaafama.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também