Pular para o conteúdo
Publicidade

Hebreus 10

23 Waaqi waadaa nu’uuf gale addatamaa waan te’eef, addii dhugeeffannee dhugaa baanuuf tana, kowa’a adoo asii fi achi hin jedhin jabeessinee qabanna. 24 Jaalalaa fi hujii dansa’aan dammandhee akka leenuuf, kowa’a wolii yaadannaa. 25 Yennaa mara wolitti qabamaa wol jajjabeessinuuti malee, akkuma worri gariin lakkisiisa barate, wolitti qabamiisa me lakkinnuu ti; guyyaan dhufiisa Gootta’aa akka dhikaate qaabataa waan kana irra caalaa godha’a.

Veja também