Pular para o conteúdo
Publicidade

Ibroota 11

11 Abrahaam guddoo dulloomulle, Saaraan ta deya hin qanne11:11Ta deya hin qanne: Maseena teetulle, Waaqi waadaa gale addatamaa akka te’e waan beekeeruuf, dhugeeffanna’aan hunna uumatiisaa dhaggate11:11Woraabbiin gariin, «Saaraan ka isi’iif waadaa gale addatamaa akka te’e waan beetteef dulloontee deya dhaddulle dhugeeffanna’aan hunna gadhaachottu dhaggatte» jedhe.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também