Pular para o conteúdo
Publicidade

Ibroota 11:13,39

13 Worri kun duudiin waadaa isaaniif galame adoo hin fudhatin dhugeeffanna’aan adoo jiranuu du’ane; ammoo fago’otti dhagganee, akka waan dhaggataneetitti gammadaan fudhatane. Lafa tana irralle’etti ormaa fi keessummoota akka te’ane beekaneeraniiyyu.

39 Dhugeeffannaa isaan maraatiifuu dhugaan bayantulle, waadaa isaaniif galame ammalle hin fudhanne.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.