4 Abeel dhugeeffanna’aan woreega ka Qaayinii caalu Waaqaaf dhikeesse; Waaqi woreega Abeelii gammadaan yennaa fudhate, Abeel dhugeeffanna’aan balchaa akka te’e dhugaa bayeef; Abeel du’ulle karaa dhugeeffanna’aatiin ammalle dubbatiisatti jira.
Publicidade