Pular para o conteúdo
Publicidade

Ibroota 12

Waaqi Abbaa Keenna

1 Maarre dhugaa baatota akka duumensaa adaala keenna naannessane kana mara waan qannuuf, kowa’a waan ba’aa nu irratti te’e maraa fi cubbuu nu’utti maxxante ifi irraa balleessinee, doggommii rukkee nu dura jirtuu ciniinnannee ossatiisaan rukkinna.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também