Pular para o conteúdo
Publicidade

Ibroota 12

14 Nama maraa woliin nageyaan le’a! Woyyumma’aan malee, eennulle Goottaa dhaggiisaaf waan hin dandeenneef, woyyumma’aan le’iisaaf jabaadha’a. 15 Isin keessaa eennulle irraa badhaadhi Waaqaa akka hin dhidhanne, akkasuma hiddi hadhowaan isin keessatti latee akka isin hin rakkinnee fi worra hedduu akka hin xureessine ifi eeggadha’a.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também