2 Nuuti jalqaba’aa fi muummessaa dhugeeffannaa teennaa ka te’e Yesuus ilaaliisaan rukkinna; inni waan gammadi fuula isaa dura jiruuf, salphinna fannoo irratti du’iisaa adoo woyitti hin laakkowin, rakkinnaa fi du’a fanno’oo ossatee midda barcumaa mootumma’aa ka Waaqaatitti tee’e.
Publicidade
Publicidade