Pular para o conteúdo
Publicidade

Ibroota 12

22 Isin ammoo gara gaara Xiyoonii dhikaattaneertan; Xiyoon qachaa Waaqa jiraata’aa ka teete Yerusaalemii ol-gubbaaa ti; isin gara ergantoota Waaqaa ta kuma heddu’utti laakkowantuu, ta gammadaan wolitti qabanteertuu dhikaattaneertan. 23 Gara Wolde’a worra maqaan isaanii ol-gubbaatti barreeffamee, ka angafoota ijoollee Waaqaa te’anee dhikaattaneertan. Gara Waaqa kolbaa duudi’itti muruutii fi lubbuu balchoole’ee ta guutuu teetee dhikaattaneertan. 24 Gara Yesuusii wodhakkicha gondooroo haareyaa te’ee, gara ka dhiiga Abeelii caalaa dubbatuutii fi dhiiga isaa ka fixamee dhikaattaneertan.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também