7 Worra jecha Waaqaa isinitti dursee hime sooreyyii teessan qaabadha’a! Leetoo isaanii keessaa waan dhaggame ilaala’a, fakkeenna dhugeeffannaa isaaniille fudhadha’aatii hordofa’a.
17 Sooreyyii teessaniif ajajama’a; baallii isaaniitille’een jalatti bula’a; isaan baallii Waaqaan itti gaafatamanu waan qabanuuf, lubbuu teessan jabaatanee tissan; yoo isin isaaniif ajajantane, isaan kana gammadaan hujan; yoo akkas hin te’in, gaddaan hujan; kun isiniif dansa’aa moti.