Pular para o conteúdo
Publicidade

Ibroota 3

12 Obboleeyyan tiyya, isin keessaa eennulle gadhaa hama’aa fi hin dhugeeffanne, ka Waaqa jiraataa irraa garagalu akka hin qabaanne ifi eeggadha’a! 13 Ammoo eennulle isin keessaa cubbu’uun sobamee akka mataa hin jabaanne, yennaan «Adha» jedhantu tun adoo hin tarin guyyuma guyya’aan wol jajjabeessa’a!

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também