Pular para o conteúdo
Publicidade

Hebreus 3

Foora Kolbaa Waaqaa

7 Maarre akkuma Ayyaanni Woyyichi jedhu,

«Adha, qoonqoo Waaqaa

yoo dhageettane, 8 akkuma guyyaa ilaallacha’aa lafa goomolee keessatti Waaqa finqiltanee san

mataa hin jabaatina’a!

Veja também