Pular para o conteúdo
Publicidade

Ibroota 3:7,8,12,13,15

Foora Kolbaa Waaqaa

7 Maarre akkuma Ayyaanni Woyyichi jedhu,

«Adha, qoonqoo Waaqaa

yoo dhageettane, 8 akkuma guyyaa ilaallacha’aa lafa goomolee keessatti Waaqa finqiltanee san

mataa hin jabaatina’a!

12 Obboleeyyan tiyya, isin keessaa eennulle gadhaa hama’aa fi hin dhugeeffanne, ka Waaqa jiraataa irraa garagalu akka hin qabaanne ifi eeggadha’a! 13 Ammoo eennulle isin keessaa cubbu’uun sobamee akka mataa hin jabaanne, yennaan «Adha» jedhantu tun adoo hin tarin guyyuma guyya’aan wol jajjabeessa’a! 15 Tun akkuma Barreeffami Woyyichi,

«Adha qoonqoo Waaqaa yoo dhageettane,

akkuma yennaa finqilaa gootane san mataa hin jabaatina’a!» jedhu.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.