13 Dadi Waaqa duraa dhokattu takkaalle hin jirtu; wonni maraa fuula isaa duratti mulqama’aa fi qullaa te’ee mudhata; nuutille marroo teennaaf ka deebii kennuu qannu fuula isaa duratti te’a.