Publicidade

Hebreus 4

Yesuus Hayyicha Guddaa Guddicha

14 Yoona Hayyicha Guddaa guddicha ka gara ol-gubbaaa dabare, Yesuusii Ilma Waaqaa waan qannuuf dhugeeffannaa teenna jabeessinee qabannuu ti. 15 Hayyichi Guddaan nuuti qannu ka dadhabbii teenna nu’uuf nayuu dande’u; inni waan maraan akkuma keenna ataabameera; te’uu malee ijjumaa cubbuu hin hunye.

Veja também

Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-07-05_12-11-46-