15 Hayyichi Guddaan nuuti qannu ka dadhabbii teenna nu’uuf nayuu dande’u; inni waan maraan akkuma keenna ataabameera; te’uu malee ijjumaa cubbuu hin hunye. 16 Yoona yennaa qarqaarsi nu’uuf barbaachisetti akka marartii fudhannuu fi badhaadha dhaggannu, kowaa gara badhaadhi itti dhaggamu, gara barcumaa mootumma’aa ka Waaqaa sodaa malee dhikaannaa.
Publicidade