Pular para o conteúdo
Publicidade

Ibroota 6:18

18 Akkuma kanaan Waaqi waan lama ka hin jijjiirannee fi ka ittiin hin sonne addi’ii fi kakuu nu’uuf kenneera; karaa waan lama kanaatiin addii nu dura jirtu jabeessinee qabatiisa akka dandeennu, nu worri isatti baqanne jajjabeenna guddaa hin dhagganna.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.