Pular para o conteúdo
Publicidade

Ibroota 6

4 Worra dhugeeffannaa ifii mormate gara cubbuu irraa deebi’iisaa deebisiis attamiin dande’ama? Kanaan qaraa ifi isaaniif ifeera; kennansa ol-gubbaaalle dhandhamaneeran; Ayyaana Woyyicha wolille’een qoodamaneeran. 5 Dansummaa jecha Waaqaatii fi hunna bara dhufiisaaf jiruulle dhandhamaneeran. 6 Kanaan duuba yoo isaan dhugeeffannaa ifii mormatane, Ilma Waaqaa ifiifuu deebisanee waan fannisanuu fi waan ifaataan salphisanuuf, isaan gara cubbuu irraa deebi’iisaa deebisiis hin dande’amu.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também