6 Amma ammoo, gondooroon Yesuus wodhakkaa namaatii fi Waaqaa itti te’e, ta waadaa caalu irratti hundeeffante, akkuma Gondooroo Qaraa caaltu, tajaajilli isaaf kennamelle caala’a.
7 Gondooroon duraa ta komii hin qanne adoo teete, gondooroon lammeesso’oo sila hin barbaachittuuyyu.