Pular para o conteúdo
Publicidade

Ibroota 9

11 Kiristoos ammoo waan dadansaa dhufaaruuf Hayyicha Guddaa te’ee mudhateera; dunkaaniin inni seene guddo’oo fi guutu’u; dunkaaniin tun ta harka namaatiin hin hujaminii fi ta dada tana keessaa hin te’in. 12 Kiristoos woreega dhikeessiisaaf dhiiga re’eeetii fi dardaraa qabatee adoo hin te’in, takkumaan yennaa maraaf dhiiga ifii qabatee, addee woyyittii woyyoota seene; akkasiin wodama bara baraa akka dhagganu nu’uuf godhe.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também