Pular para o conteúdo
Publicidade

Ibroota 9

11 Kiristoos ammoo waan dadansaa dhufaaruuf Hayyicha Guddaa te’ee mudhateera; dunkaaniin inni seene guddo’oo fi guutu’u; dunkaaniin tun ta harka namaatiin hin hujaminii fi ta dada tana keessaa hin te’in.

15 Worri waamamane dhaala bara baraa ka waadaan galameef akka fudhatanu, Kiristoos Gondooroo Haareyaaf wodhakkicha. Yennaa Gondooroo duraa jala jiranu san cubbuu hujane irraa bilisa baasiisaaf wodoo te’ee du’e.

Veja também