20 Jaalota tiyya, isin ammoo dhugeeffannaa teessan ta waan duudi’iin irra woyyittii teete irratti dhaabbadha’aatii jabaadha’a! Hunna Ayyaana Woyyichaatiin daadimadha’a! 21 Marartiin Goottaa keenna Yesuus Kiristoosii, ta gara jiruu bara baraatitti isin geessitu eeggataa, jaalala Waaqaa keessatti ifi eega’a!
Publicidade
Ergaa Yihuda'aa 1
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.