Pular para o conteúdo
Publicidade

Yo'elii Raagichaa 2

25 Bara heddu’uuf akka loltoota guddo’oo ka ani isinitti ergee,

midhaan awwaannisi gugurdaan,

korophiis, ilmooleen awwaannisaatii fi

awwaannisi dargaggeeyyiin isin irraa fixane

ani isiniif hin deebisa.

Veja também

Joel
Ver todos os capítulos de Joel