43 Tana jedheen duuba, Yesuus, «Alaazar, as bayi!» jedhee qoonqoo guddo’oon waame. 44 Alaazarille harkii fi miilli isaa woyaa awwaalaatiin xaxamee, fuulli isaalle woya’aan maramee, gad baye. Yesuus, «Hiika’aatii lakkisa’a, deemuutii» isaaniin jedhe.
Publicidade
Wongeela Yohaannisii 11
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.