Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Yohaannisii 13

Yesuus Miila Barattoota Ifii Dhiqe

1 Guyyaa Jila Irra Dabaramaatiin dura, Yesuus biyya lafaa tana lakkisee yennaan gara Abba’aa deemu akka geetteertu beeke. Inni biyya lafaa tana keessatti worra ka isaa te’ane yennaa mara jaalateeraayyu; haga muumme’eetittille isaan jaalate.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também