Publicidade

João 17

11 Ani amma gara keeti dhufaara; haganaa achi biyya lafaa keessa hin jiraadhu; isaan ammoo biyya lafaa keessa jiran. Abbaa woyyu’u! Akkuma nuuti tokko teene, worri ati naaf kennitelle tokko akka te’anuuf, maqaa keeti ka anaaf kenniteen, isaan eegi. 12 Yennaa isaan woliin jiru, maqaa keeti ka ati naaf kenniteen ani isaan eegeera; ani isaan tisseera; Barreeffam Woyyichi akka muummowuuf, isaan keessaa ilma badi’ii malee, tokkolle ka bade hin jiru.

Veja também

Publicidade
Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-06-29_22-07-56-