Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Yohaannisii 18

37 Maarre Philaaxoos, «Ati mootii Yihudootaatii ree?» jedhee isa gaafannaan, Yesuus deebisee, «Akka ani mooti’ii atinuu jette. Ani marroo dhuga’aatiif dhugaa bayiisaaf dhaladhee, gara biyya lafaa dhufe. Ka dhuga’aa ka te’e na hin dhage’a» jedhe.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também