Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Yohaannisii 19

12 Philaaxoos yennaa tana dhage’e, karaa Yesuus ittiin hiiku dhaggatiisaaf wodhaane. Gumiin ammoo, «Yoo isa hiitte, ati jaala mootii moototaa, ka biyya Rooma’aatii moti; nami mootii tokko ifi godhu marti, mootii moototaa, ka biyya Rooma’aatiin mormee isa lolu» jettee ittuma hogitte.

Veja também