Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Yohaannisii 19

Du’a Yesuusii

28 Yesuus amma wonni marti hobba’iisa beekee, akka Barreeffam Woyyichi muummowuuf, «Ani dheebodhe» jedhe.

29 Qoriin daadhiin woyni’ii dhangaggoottu’uun guutanteertu takka achi jirtiiyyu; maarre isaan ispoonjii19:29Ispoonjii: Waan nafaan bisaan xuuxu daadhii woyni’ii dhangaggoottuu xuuxachiisanee, damee muka hisoophi jedhamuu irra keyanee, gara afaan isaa ol qabane. 30 Yesuus daadhii dhangaggoottuu san unee, «Hobbaate!» jedhe.

Achiin duuba mataa gad qabatee lubbuu ifii dabarsee kenne.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também