25 Maarre barattooti dhibiin, «Nuuti Goottaa dhaggineerra!» jedhanee itti himane.
Toomaas isaaniin, «Madaa misimaaraa harka isaa lamaaniituu dhaggee, quba kiyya yoo keye malee, madaa cinaacha isaa keessalle harka kiyya yoo keye malee, ani hin dhugeeffadhu» jedhe.