Publicidade

João 20

Kaayoo Kitaaba Kanaa

30 Yesuus bilbaasota hedduu, ka kitaaba kana keessatti hin barreeffamin, barattoota ifii duratti hujeera. 31 Bilbaasoti kun ammoo akka Yesuus Masiihii te’ee fi Ilma Waaqaalle te’e, itti dhugeeffatiisaan maqaa isaatiin jiruu akka dhaggattanu barreeffamane.

Veja também

Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-07-05_12-11-46-