Pular para o conteúdo
Publicidade

João 21

17 Yesuus yennaa sadeesso’oo, «Simoonii ilma Yohaannisii, na jaalatta?» jedhe.

Pheexroos waan inni sadeessoo, «Ana jaalattaa?» jedhee isa gaafateef gaddee, «Gootta’a, ati waan mara beetta; akka si jaaladhu atuu hin beetta» jedheen;

Yesuus, «Hoolee tiyya bobbaasi.

Veja também