Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Yohaannisii 4

31 Yennuma san keessatti barattooti, «Barsiisa’a, woy nyaadhu!» jedhanee isa kadhatane.

32 Inni ammoo, «Ani sagalee nyaadhu ta isin hin beenne qaba» jedhe.

33 Maarre barattooti, «Nami woyii sagalee isaa fidee jiraatinaa?» jedhanee wol gagaafatane.

34 Yesuus isaaniin, «Sagaleen tiyya, fedhii ka na ergee godhu’uu fi hujii isaa muummessu’u.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também