Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Yohaannisii 6

39 Fedhiin ka na ergee, worri inni naaf kenne mara guyyaa muumme’ee akka jiru’uuf isaan kaasu malee, isaan keessaa tokkolle akka ani balleessuufii moti. 40 Fedhiin Abbaa kiyyaa, nami Ilma isaa dhaggee itti dhugeeffatu mara jiruu bara baraa akka qabaatu. Anille guyyaa muumme’ee jiru’uuf isa kaasa» jedhe.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também