Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Yohaannisii 6

66 Waan kanaaf, barattoota isaa keessaa hedduun gara duubaa deebi’ane; eega san isa woliin hin deenne. 67 Maarre Yesuus barattoota kudhanii lamaaniin, «Isinille deemuu barbaaddanii?» jedhee gaafate.

68 Simoon Pheexroos, «Gootta’a, gara eennuu deenna? Ati Jecha jiruu bara baraa kennu qadda. 69 Ati Woyyicha Tokkocha Waaqaa akka teete dhugeeffanneerra; beenneerralle’e» jedhaneen.6:69 Mat. 16:16; Mar. 8:29; Luq. 9:20

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também