6 Ee Mootii Waan Maraa, ka akka keetii hin jiru;
ati gudda’a;
baalliin maqaa keetiille guddo’o.
7 Ee, mootii gosa biyya adda addaa,
ka si hin sodaanne eennu?
Qaroolee gosa biyya adda addaatii fi
mootummoota isaanii mara keessaa,
ka akka keetii waan hin jirreef,
ulfinni si’iif male.