Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Ermiyaasii Raagichaa 17

7 Ammoo nami Mootii Waan Maraa addatu,

ka Mootii Waan Maraa addii godhatu ka eebbifame.

8 Inni akka muka bisaan biratti dhaabamee,

ka hidda ifii gara lagaa yaafatuu hin te’a.

Muki sun o’i yennaa dhufu hin sodaatu;

baalli isaa yennaa mara bisile’e.

Bara oola’aa hin yaadu;

midhaan buusiisa hin lakkisu.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também