Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Ermiyaasii Raagichaa 17

9 Qalbiin namaa waan mara caalaa

dabaalettii qajeeluu hin dandeenne.

Eentu isii hubatuu dande’a ree?

10 Ani Mootiin Waan Maraa nama maraaf

akka ideensa isaatii fi

akka hujii isaatitti gatii isaaf kenniisaaf,

gadhaa namaatii fi qalbii namaa

qorqoree hin ilaala» jedha.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também