Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Ermiyaasii Raagichaa 20

14 Guyyaan ani dhaladhe ka abaarame te’uu ti!

Guyyaan haati tiyya na deette hin eebbifamin!

15 Nami abbaa kiyyaan, «Ilmi si’iif dhalateera» jedhee,

oduu gammadaa itti himee isa gammachiisu

ka abaarame te’uu ti.

16 Nami sun akka qachaa marartii malee

Mootiin Waan Maraa balleessee te’uu ti!

Ganama bowa,

orraa iyya lolaa dhage’uu ti!

17 Sababille inni gadhaa haadha tiyyaa keessatti

na hin ijjeenne;

silaa isiin addee awwaalaa naaf teetee,

haga bara baraa gadhaachottee turtiiyyu.

18 Ani rakkinnaa fi gadda dhaggiisaaf

bara kiyya qaani’iin muummeffatiisaaf

gadaamessa haadha tiyyaa keessaa maaf baye?

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também