11 Ani Yaada isiniif qabu hin beeka; yaad kunille yaada nageyaa, ka addii gara duraa isiniif kennu malee, ka isin miidhuu moti. 12 Isinille gara kiyya dhuttanee maqaa kiyya waammattaa gara kiyya hin daadimattan; anille isiniif hin dhage’a. 13 Isin na hin barbaaddan; gadhaa tokkochaan yoo na barbaaddane na hin dhaggitan. 14 Anille akka isin na dhaggitanu hin godha; boojuu keessalle’ee isin hin deebisa; gosa biyya adda addaatii fi addee isin itti bittinneesse mara keessaa wolitti isin qabee gara lafa akka isin keessaa booji’antanu godhetti isin hin deebisa» jedha.
Publicidade
Kitaaba Ermiyaasii Raagichaa 29
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.