Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Ermiyaasii Raagichaa 29:4-7

4 «Mootiin Waan Maraa Ka Waan Mara Dade Waaqi Israa’elii, worra Yerusaalem keessaa gara Baabilonii akka booji’amanu godheen, 5 ‹Mana ijaaradha’aatii keessa tee’a’a; ficha’atti woy dhaabadha’aatii midhaan irraa dhaggatane nyaadha’a; 6 Niitii fuudha’aatii ilmaa fi intala uumadha’a; ilmaan teessan fuusifadha’aatii durra teessanille heerumsiifadha’a; isaan ijoollee horanuu ti; laakkossi isaanii bacatuutii malee hin diqqaatin. 7 Qachaa ani akka isin booji’antanee itti geeffantanu godheefille, nageyaa fi qananummaa halcha’aaf; qachaa saniif gara Mootiin Waan Maraa daadimadha’a; sababille qachaan sun yoo nageya qabaate, isinille nageya hin qabaattan› jedhee dubbateera» ka jedhu.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.