Publicidade

Jeremias 3

14 «Ee kolbaa addatamummaa hin qanne, ani abbaa manaa keessan waan te’eef, gara kiyya deebia’aa! Ani isin keessaa qachaa tokko tokko keessaa nama tokko tokko, fira tokko tokko keessaa nama lama lama filee, gara Xiyoonii hin fida. 15 Ani tissitoota worra akka gadhaa kiyyaa isiniif hin kenna; isaanille beekkumsaa fi hubanti’iin isin hin sooressan. 16 Bara san yennaa laakkossi keessan lafa irratti bacatu, namooti, Saanduqa Gondooro’oo ka Mootii Waan Maraajedhanee hin waamanu yookiin hin qalbeeffatanu yookiin hin qaabatanu; Saanduqa Gondooroo Mootii Waan Maraa ka dhibiille hin hujanu.

Veja também

Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-07-05_19-25-13-