Publicidade

Josué 3

14 Yennaa kolbaan Israa’elii laga Yordaanosii bu’iisaaf addee qubatanee ka’ane, hayyooti Saanduqa Gondooro’oo ba’atanee isaaniin dura deemane. 15 Lagi Yordaanosii yennaa midhaan galchanu guutee danbala’a; hayyooti Saanduqa Gondooro’oo ba’ataneeranu laga Yordaanos geyanee akkuma faanti miila isaanii bisaan tuxxeen, 16 bisaan gaara irraa gad yaa’u dhaabbatee, fagaatee haga qachaa Adaamii ka qachaa Zaaretaanii biraatitti eelee tuulame. Bisaan gara Abbaayaa Arabaayii dabaree gara «Abbaayaa Sooddaa» jedhantuutitti yaa’u ijjumaa cite. Tanaaf kolbaan gara Yeriko’oo gamatti buute. 17 Israa’el duudiin lafa godduu irra deemaa yennaa bu’anu, hayyooti Saanduqa Gondooroo Mootii Waan Maraa ba’atteertu, haga kolbaan marti laga Yordaanosii buututti, laga Yordaanosii wodhakkaa lafa godduu irra dhaabbatteertiiyyu.

Veja também

Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-07-05_12-11-46-